23 Mootiin Waan Maraa si’iin,
«Gosa biyya adda addaa lamatti
gadaamessa keeti keessa jira;
isaan woliif diina hin te’an.
Gosi takkaan taan caalaa hin jabaatti;
angafi maandhicha hin tajaajila» jedhe.
23 Mootiin Waan Maraa si’iin,
«Gosa biyya adda addaa lamatti
gadaamessa keeti keessa jira;
isaan woliif diina hin te’an.
Gosi takkaan taan caalaa hin jabaatti;
angafi maandhicha hin tajaajila» jedhe.