Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 28

20 Yaaqoob Mootii Waan Maraatiif waadaa galee, «Yoo ati na woliin jiraatee, karaa ani deemu kana irratti na eedde, sagalee nyaadhuu fi woyaa uffadhu yoo naaf kennite, 22 Dhakaan ani akka sooddu’uu dhaabe kunille, mana Waaqaa hin te’a; waan naaf kennitu mara keessaa kudhan keessaa tokko si’iif hin kenna» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também