Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 3

17 Namichalle’een, «Ati dubbii niitii teetii waan dhageetteef, midhaan muka ani, Hin nyaatinjedhee si ajajelle waan nyaatteef,

«Latti sababa keetiif ta abaarante hin teeti;

atille bara jiruu teetii mara

eloo guddo’oon irraa hin nyaatta.

18 Latti qore’ee fi qumi’uuduu si’iif hin baachi;

atille biqiltuu badda’aa nyaatta.

19 Ati biyye’e, deebitee biyyee hin teeta.

Biyyee irraa waan dadanteef,

gara isi’ii haga deebitutti,

danfitee eloottee sagalee teeti hin nyaatta» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também