6 Namittiin muki sun nyaatiisaaf dansaa, ilatti ka toluu fi ka nama qaroonsu akka te’e yennaa dhaggite, midhaan isaa fuutee nyaatte; dhirsa isi’ii ka isii woliin jirulle’eef kennite; innille nyaate.