3 Yaaqoob37:3 Yaaqoob: Ka «Israa’el» jedhame. ilma dullummaa keessa dhaggate waan te’eef, ilmaan ifii mara caalaa Yoseef jaalate; inni qoloo seesa qaddu ta harka dheertu’uu hojjachiiseef. 4 Obboleeyyan isaa akka abbaan isaanii isaan mara caalaa isa jaalate yennaa dhaggane, isa jibbanee, dubbii nageyaa isatti dubbatuu hin dandeenne.
Publicidade
Kitaaba Seera Dadaa 37
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.