Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 39

2 Mootiin Waan Maraa waan Yoseef woliin jiraateef, wonni inni huju teeteef; inni mana goottaa ifii, Phoxiifaarii nama biyya Gibxi’ii keessa le’aa ture. 3 Phoxiifaar akka Mootiin Waan Maraa Yoseef woliin jiruu fi hujiin isaa marti akka isaaf teetu akka godhe dhaggee,

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também