20 Tanaaf Yoseef fuudhee, mana hidha’aa ka worri mootichi hiisiseeru keessa jirutti isa galche. Yoseefille hidhaa keessa achi ture. 21 Mootiin Waan Maraa ammoo Yoseef woliin jiraatee, jaalala ifii ka bara baraa isatti mudhisee, ajajaa mana hidha’aa duratti akka Yoseef fudhatama dhaggatu godhe.
Publicidade
Kitaaba Seera Dadaa 39
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.