Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 39

7 Yennaa diqqo’oon duuba niitiin goottaa isaa Yoseef ilaaltee jaalattee, «Ana woliin rafi» jetteen. 8 Inni ammoo didee, niitii goottaa ifii saniin, «Goottaan kiyya waan mana keessaa maraaf tokkolle hin yaaddawu; waan qabu mara irratti itti gaafatamaa na godheera. 9 Mana kana keessatti goottaan kiyya na caalaa baallii hin qabu; ati waan niitii isaa teeteef si malee, wonni inni natti hin kennin hamburate tokkolle hin jiru. Ani attam waan hantuu akkanaa hujee, Waaqa yakka ree?» jedhe. 10 Dubartittiin guyyuma guyya’aan Yoseefitti dubbattulle, inni ammoo isii woliin rafiisa yookiin isii biratti dhaggamiisa didate.

11 Gaafa tokko Yoseef hujii ifii hujatiisaaf, gara manaa yennaa seene, tajaajiltoota manaa keessaa tokkolle achi hin jiranuuyyu. 12 Niitiin goottaa isaa woyaa isaa qabattee, «Koy, na woliin rafi» jetteen. Yoseef ammoo woyaa ifii isii harkatti lakkisee, baqatee manaa baye.

Veja também