Publicidade

Gênesis 4

Qaayinii Fi Abeel

1 Namichi niitii ifii Heewwan bira geye; isiin ulfoottee ilma deette; «Ani qarqaarsa Waaqaatiin ilma tokko dhaggadheera» jettee maqaa isaa, «Qaayin4:1 Qaayin: Afaan Ibrootaatiin dhaggadhe jechu’u.» baache.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-