Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 45:4,5

4 Achiin duuba Yoseef obboleeyyan ifiitiin, «Gara kiyya dhikaadha’a» jedhe. Isaanille gara isaa dhikaatane. Innille isaaniin, «Ani obboleessa keessan Yoseef, ka isin gara biyya Gibxi’ii gurgurtane. 5 Waaqi lubbuu kolba’aa fayyisiisaaf, isiniin dura waan na ergeef, isin waan as na gurgurtaneef hin yaaddoyina’a yookiin ifitti hin aarina’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.