Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 5:25-28

25 Matusaalaan dhalatee Woggaa dhibbaa fi saddeettamii torbatti Laamek uumate. 26 Laamek dhalateen duuba, Matusaalaan woggaa dhibba torbaa fi saddeettamii lama le’ee, ilmaanii fi ijoollee durraa dhibiille uumate. 27 Matusaalaan wolumatti woggaa dhibba sagalii fi jaatamii sagal le’ee, achii duuba du’e.

28 Laamek dhalatee woggaa dhibbaa fi saddeettamii lamatti ilma uumate;

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.