Publicidade

Gênesis 7

7 Bisaan badi’ii jalaa bayiisaaf Nohii fi niitiin isaa, ilmaan isaatii fi niitoleen isaanii gara hoboloo gudditti’ii seenane. 8 Hori’ii fi bineensi qulqulluu te’anee fi qulqulluu hin te’in, sinbirrootille, wonni lafa irra lowulle martinuu, 9 lama lama, kormaa fi dhalaan, akka Waaqi ajajetti, gara Nohii dhufanee woliin hoboloo guddittii san seenane. 10 Guyyaa torbaan duuba bisaan badi’ii dhufe.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-