15 ani gondooroo tiyya ta isinii fi dada lubbuu qabu mara woliin gondoore hin qaabadha; bisaan badi’ii dada lubbuu qabu mara deebi’ee ijjumaa hin balleessu. 16 Yennaa hiituun duumensa keessaan mudhattu, ani isii ilaalee, gondooroo haga bara baraa ta anaa fi dada lubbuu qabu ka lafa irra jiru mara oddu’utti gondoore hin qaabadha» jedhe.
Publicidade
Kitaaba Seera Dadaa 9
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.