Pular para o conteúdo
Publicidade

Anbaaqoomii Raagichaa 2:2,3

2 Mootiin Waan Maraa naaf deebisee, «Wonni ani sitti mudhisu kaso’otti akka dubbifantu faara baxxicha irratti barreessi. 3 Sababille mudhiin tun yennaa itti muummottu eegatti; isiin marroo guyyaa muumme’ee dubbatti; isiin dharaa moti. Ta turtu fakkaattulle eegadhu. Dhugumaan hin dhutti; hin turtulle’e» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Habacuque
Ver todos os capítulos de Habacuque