Pular para o conteúdo
Publicidade

Habacuque 3

17 Muki harru’uu midhaan buusuu dhabulle,

muki woyni’ii midhaan buusuu dhabulle,

muki ejersaalle midhaan kennuu dhabulle,

fichaan midhaan baasuu dhabulle,

hooleen gooree keessaa dhabantulle duwwaa hattulle

loon moonaa keessaa dhabamanulle,

18 tun marti teetulle

ani Mootii Waan Maraatitti hin gammada;

Waaqa fayyisaa kiyyatti gammadee firinxiixa.

19 Mootiin Waan Maraa Waaqi hunna tiyya.

Inni miila kiyya akka miila gadansaa hin jabeessa;

gaara irralle akka deemu na hin godha.

Sooressitoota faarsitootaatiif: Meya ribu’uutiin ta faarfatantu.

Veja também

Habacuque
Ver todos os capítulos de Habacuque