Publicidade

Joel 2

Guyyaa Mootii Waan Maraa

28 Ani Mootiin Waan Maraa, «Kanaan duuba, Ayyaana kiyya

nama mara irratti hin dhangalaasa;

ilmaanii fi ijoolleen durraa teessan raaga hin dubbatan;

jaarsoleelle oojjuu hin oojjatan;

dargaggootille mudhii hin dhaggan.

29 Yennaa san,

ani tajaajiltoota tiyya dhiiraa fi dubartii irratti

Ayyaana kiyya hin dhangalaasa.

Veja também

Joel
Ver todos os capítulos de Joel
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-