Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 1

Hoolee Waaqaa

29 Boruyyaa Yohaannis, Yesuus gara isaa dhufuun dhaggee, «Kunoo! Hooleen Waaqaa, ka cubbuu biyya lafaa balleessu.

34 Anille waan kana dhaggeera, inni Ilma Waaqaa akka te’e isinitti hima» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também