Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 1

Yesuus Filiphoosii fi Naataanaa’el Waame

43 Guyyaa itti aanu Yesuus Galiilaa dhaqiisaaf murteeffate. Inni Filiphoos dhaggee, «Ana hordofi!» jedheen. 44 Filiphoos akkuma Indiryaasiitii fi Pheexroosii, nama qachaa Betsayda’aa ti. 45 Filiphoos Naataanaa’el dhaggee, «Nuuti ka Muuseen kitaaba seeraa keessatti marroo isaa barreesse, ka raagotille marroo isaa barreessane dhaggineerra. Inni nama biyya Naaziretii, Yesuusii ilma Yoseefii ti» jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também