Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 10

28 Ani jiruu bara baraa isaaniif kenna, isaanille ijjumaa hin badanu, eennuulle harka kiyya keessaa isaan butuu hin dande’u. 29 Abbaan kiyya, ka isaan naaf kenne waan mara caala, eennulle dande’ee harka Abba’aatii isaan hin butu. 30 Abba’aa fi Ani tokko» isaaniin jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também