Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 15

Jibbansa Biyya Lafaa

18 «Biyyi lafaa yoo isin jibbite, isiniin duraa akka na jibbiteertu beeka’a. 19 Isin ka biyya lafaa adoo teetanee, biyyi lafaa ka isi’ii ka te’e silaa hin jaalattiiyyu. Isin ka biyya lafaa waan hin te’inii fi waan ani biyya lafaa tana keessaa isin filadheef biyyi lafaa isin jibbiti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também