Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 16

7 Ani ammoo dhugaa isinitti hima: ani yoo deeme isinii woyya; sababille ani yoo hin deemin, Jajjabeessaan gara keessan hin dhufu. Ani yoo deeme ammoo, isa gara keessan hin erga. 8 Inni yennaa dhufe, marroo cubbu’uu, marroo balchumma’aatii fi marroo mura’aa kolbaa biyya lafaatitti hin mudhisa16:8Hin mudhisa: Hin kokachiisa. 9 Isaan waan natti hin dhugeeffatiniif, marroo cubbu’uu inni isaanitti hin mudhisa;

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também