15 Ani akka ati hamaalessa irraa isaan eedduuf si gaafadha malee, akka ati biyya lafaa keessaa isaan baattuuf si hin gaafadhu. 16 Akkuma ani ka biyya lafaa hin te’in, isaanille ka biyya lafaatii moti. 17 Jechi keeti dhuga’a; dhuga’aan isaan woyyoonsi. 18 Akkuma ati gara biyya lafaa ana ergite, anille gara biyya lafaa isaan ergeera.
Publicidade
Wongeela Yohaannisii 17
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.