Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 18:37,38

37 Maarre Philaaxoos, «Ati mootii Yihudootaatii ree?» jedhee isa gaafannaan, Yesuus deebisee, «Akka ani mooti’ii atinuu jette. Ani marroo dhuga’aatiif dhugaa bayiisaaf dhaladhee, gara biyya lafaa dhufe. Ka dhuga’aa ka te’e na hin dhage’a» jedhe. 38 Philaaxoos, «Dhugaan maan inni?» jedhee gaafate.

Yesuusitti Duuti Murante

(Mat. 27:15-31; Mar. 15:6-20; Luq. 23:13-25)

Achiin duuba Philaaxoos gara kolba’aa deebi’ee gad bayee, «Ani yakkaa isa himachiittu tokkolle isa irratti hin dhaggu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.