Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 19

4 Philaaxoos ammalle gad bayee gumi’iin, «Waan isa himachiisu tokkolle akka ani hin dhaggin akka ilaaltanu, kunoo, gara keessan gad isa hin baasa» jedhe. 5 Maarre Yesuus kallacha qore’ee keyatee, woyaa dhiilleelle uffatee gad baye. Philaaxoos, «Kunoo! Namichi!» isaaniin jedhe.

6 Sooreyyiin hayyootaatii fi eeddoti Galma Waaqaa yennaa isa dhaggane, «Fannis! Fannisi!» jedhanee hogisane. Philaaxoos isaaniin, «Isin fuudha’aatii, fannisa’a. Ani yakkaa tokkolle isa irratti hin dhaggine» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também