Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 2

Fuudhaa Fi Heeruma Qachaa Qaana’aa

1 Guyyaa sadeesso’oo qachaa Qaana’aa ka lafa Galiila’aa keessa fuudhaa fi heerumatti jiraayyu. Haati Yesuusiille achi jirtiiyyu. 2 Yesuusii fi barattooti isaalle gara fuudhaa fi heeruma sanii waamamaneeran.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também