Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 20

16 Yesuus, «Maariyaam» isi’iin jedhe. Isiin gara isaa garagaltee afaan Ibrootaatiin, «Rabbunii» jetteen; akkas jechuun, «Barsiisaa» jechu’u.

18 Maarre Maariyaamiin gara qachaa Magdala’aa dhaxxee akka Goottaa dhaggiteertuu fi waan inni isi’itti hime barattootatti hinte.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também