Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 20

16 Yesuus, «Maariyaam» isi’iin jedhe. Isiin gara isaa garagaltee afaan Ibrootaatiin, «Rabbunii» jetteen; akkas jechuun, «Barsiisaa» jechu’u.

17 Yesuus, «Ana hin qabin! Sababille ani haga ammaa gara Abba’aa ol hin baane. Ammoo gara obboleeyyan tiyyaa dhaqiitii, Ani gara Abbaa kiyyaatii fi Abbaa keessanii, gara Waaqa kiyyaatii fi Waaqa keessanii ol bayaarajedhiitii isaanitti himi!» jedhee isi’itti hime. 18 Maarre Maariyaamiin gara qachaa Magdala’aa dhaxxee akka Goottaa dhaggiteertuu fi waan inni isi’itti hime barattootatti hinte.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também