Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 4

23 Yennaan worri dhuga’aan waaqonfatu, Ayyaanaa fi dhuga’aan Abbaa waaqonfattu ammoo hin dhutti; ammumaayyuu dhutteerti. Inni worra akkas dhuga’aan isa waaqonfatanu barbaada. 24 Waaqi Ayyaana; worri isa waaqonfatulle Ayyaanaa fi dhuga’aan isa waaqonfatuu qaba» jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também