19 Haga kiiloomeetira shanii yookiin jaa shaffisa’aan laaqaneeranuun, Yesuus bisaan gubbaa ideemaa, gara hobolo’oo dhufee dhikaatiisatti jiruun dhagganee bararaqane. 20 Yesuus ammoo, «Wonni anaa, hin bararaqina’a!» isaaniin jedhe. 21 Achiin duuba isaan gara hobolo’oo isa fudhatiisa barbaadane; hoboloon ammoo yoosuma lafa dhaqiisatti jiranu geette.
Publicidade
Wongeela Yohaannisii 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.