Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 6

27 Sagalee badduuf hin hujina’a; sagalee jiruu bara baraatiif jiraattuuf ammoo huja’a. Waaqi Abbaan, chaappaa6:27Chaappaa: Beessisa ifii ka ittiin mirkaneessu waan isa irratti godheeruuf, Ilmi Namaa sagalee san isiniif hin kenna» jedhe.

28 Maarre isaan, «Hujii Waaqi akka hunyuuf barbaadu hujiisaaf maan goona?» jedhaneen.

29 Yesuus deebisee, «Wonni akka isin gootanu Waaqi barbaadu, ka inni ergetti dhugeeffatiisa» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também