Pular para o conteúdo
Publicidade

João 6

5 Yesuus adaala ifii ilaalee, gumiin hedduun gara isaa dhufiisatti jirtuun dhaggee, Filiphoosiin, «Sagalee kolbaan tun nyaattu eessaa binna?» jedhe. 6 Inni waan Filiphoos jedhu ilaaliisaaf tana jedhe malee, maan akka godhu hin beekaayyu.

7 Filiphoos, «Daabboon mindaa ji’a saddeetiille6:7Mindaa ji’a saddeetii: Dinaara dhibba lama diqquma diqqoolle’een isaan mara hin geettu» jedhe.

Veja também