Yesuus Namicha Ballaa Te’ee Dhalate Tokko Fayyise
1 Yesuus adoo ideemaa dabaruu, namicha ballaa te’ee dhalateeru tokko dhagge. 2 Barattooti isaa, «Barsiisa’a, akka namichi kun ballaa te’ee dhalatu ka cubbuu huje eennu? Isuma mo’o worra isaa ti?» jedhanee isa gaafatane. 3 Yesuus deebisee, «Inni yookiin worri isaa cubbuu hin hunye. Hujiin Waaqaa isa irratti akka mudhattuuf, inni ballaa te’e.