Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Iyaasu'uu 1

5 Iyaasu’u, bara jiruu teetii duudii nami ifi irraa si qabatuu dande’u hin jiru. Akkuma Muusee woliin jiraadhe si wolille’een jiraadha. Ani yennaa maraa si woliin jiraadha; ijjumaa si hin lakkisu. 6 Lafa ani isaaniif kenniisaaf abbootii isaaniitiif waadaa gale, akka dhaalanuuf, sooressa kolbaa tanaa waan teetuuf, jabaadhuu, jajjabaadhu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também