Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Iyaasu'uu 15

Kaaleb Kebroonii fi Deebir Qabate

13 Akkuma Waaqi ajaje Iyaasuun, lafa kolbaa Yihuda’aa keessaa kiriiyat-Arbaa ta «Kebroon» jedhantu, Kaalebii ilma Yofune’eetiif kenne. Arbaan abbaa Aanaaqotaa ti. 14 Kaaleb sanyii Aanaaqota sad Sheshaay, Ahimaanii fi Talmaayin Kebroon keessaa ari’e.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também