16 Kolbaan deebittee, «Mootii Waan Maraa lakkinne waaqota dhibii ijjumaa hin waaqonfannu! 17 Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna, abbootii teennaa fi nu’u garbummaa biyya Gibxi’ii jalaa baaseera; bilbaasota inni godhelle dhaggineerra; kolbaa biyya adda addaa ta keessa dabarre duudii oddu’utti nageyaan nu eegeera.
Publicidade
Kitaaba Iyaasu'uu 24
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.