18 Hayyooti Saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraa ba’atteertu laga Yordaanosii keessaa baatee, miilli isaanii lafa godduu irra yennaa ijjate, lagi Yordaanosii addee ifiititti deebi’ee, akkuma durii guutee danbala’e.
Publicidade