Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 1

19 Ergantichi Waaqaalle, «Ani Gabri’eel, ka fuula Waaqaa dura dhaabbadhu, oduu gammadaa tana sitti himiisaaf ergamee dhufe.

Dhalooti Yesuusii Duraanuu Himame

26 Elsaabeex ulfoottee ji’a jayeesso’ootitti Waaqi erganticha Gabri’eel gara qachaa Naaziretii ka Galiilaa keessatti dhaggamuu,

Veja também