Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 1

3 Maarre anille, waan mara jalqabaa jalqabee, akka dansaa waan qoradheeruuf, tarre’etti galchee si’iif barreessuun dansaa teetee natti mudhatte.

Veja também