Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 1

Dhalooti Yohaannisii Cuupha’aa Duraanuu Himame

5 Bara Heroodis mooticha biyya Yihuda’aa te’eerutti, balbala hayyootaa, gooree Abiiya’aa keessaa hayyichi Zakaariyaas jedhamu tokko jira. Niitiin isaalle sanyii Aaronii ti; maqaan isi’ii Elsaabeex jedhama.

Veja também