Mammaassa Namicha Samaariya’aa
25 Beekaan seera Muuse’ee tokko Yesuus waan jedhu ilaaliisaaf ol ka’ee, «Barsiisa’a, jiruu bara baraa dhaggatiisaaf maan godhuu na barbaachisa?» jedhe.10:25-28 Mat. 22:35-40; Mar. 12:28-34