Yesuus Marroo Daadimataa Barsiise
1 Gaafa tokko Yesuus addee takkatti daadimatiisatti jiraayyu; yennaa inni daadimatee ka’e, barattoota isaa keessaa tokkochi isaan, «Gootta’a, Yohaannis barattoota ifii daadimatiisa akkuma barsiise, atille daadimatiisa nu barsiisi» jedhe.