Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 11

2 Yesuus isaaniin, «Yennaa daadimattanu tana jedha’a:

«Abbaa keenna, [ka ol-gubbaa jirtu]

Maqaan keeti woyyoomu;

Mootummaan teeti dhuttu.

[Fedhiin teeti akkuma ol-gubbaatti teete,

lafa irralle’etti teetuu.]

3 Sagalee nuu barbaachittu

guyyuma guyya’aan nuu kenni.

4 Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu,

cubbuu teenna nuu araarami;

[hantuu irraa nu eegi malee],

ataabe’etti nu hin galchin!jedha’a» jedhe11:4Woraabbiin durii gariin, hima yookiin yaada laakkossa 2-4 keessatti dalleya keessa jiru mara hin qabu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também