Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 12

29 «Tanaaf Maan nyaanna? Maan unna?jedhaa yaadaan hin rakkatina’a. 30 Kolbaan lafa tanaalle waan kana dhaggatiisaaf itti yaadaa rakkatti. Tun marti akka isinii barbaachittu Abbaan keessan ka ol-gubbaaa hin beeka. 31 Addee tanaa, mootummaa Waaqaa barbaada’a, tun marti isiniif hin dabalanti.

Veja também