Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 12

33 Waan qaddanu mara gurgura’aatii beesee worra hiyyeeyyi’iif kenna’a. Subba beese’ee ka hin dulloonne qopheeffadha’aatii beesee teessan addee hattuun hin dhaqqannee fi biliin hin balleessine ol-gubbaatti maffadha’a. 34 Addee beeseen teessan jirtu gadhaan keessanille hin jiraata» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também