4 Yookiin worri kudhanii saddeeti ka Siilo’amitti xelleephoon dhaka’aa dheertuun itti jiddee fixxe, worra Yerusaalem keessa le’u mara caalaa yakkaameyyii isinitti fakkaataa? 5 Waawwo’o! Ani isinitti hima; isinille cubbuu teessan irraa yoo deebitane malee, isin martinuu akkuma isaanii hin baddan» isaaniin jedhe.
Publicidade