Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 14

Mammaassa Jila Guddo’oo

15 Keessummoota qori’itti hiiqanee tee’ane keessaa tokkochi, kana yennaa dhage’e Yesuusiin, «Mootummaa Waaqaatitti jilaaf ka tee’u ka badhaadhe!» jedhe.

24 Ani isinitti hima, worra duraan waamame keessaa tokkolle sagalee tiyya ta galgalaa afaaniin hin qabu!jedhe» jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também