26 «Nami gara kiyya dhufu, abba’aa fi haadha ifii, haadha manaatii fi ijoollee ifii, obboleeyyanii fi obboleettota ifii, jiruu ifiille na caalaa ka jaalatu yoo te’e, barataa kiyya te’iisaaf hin dande’u.