26 «Nami gara kiyya dhufu, abba’aa fi haadha ifii, haadha manaatii fi ijoollee ifii, obboleeyyanii fi obboleettota ifii, jiruu ifiille na caalaa ka jaalatu yoo te’e, barataa kiyya te’iisaaf hin dande’u. 27 Fannoo ifii ba’atee ka na hin hordonne, barataa kiyya te’iisaaf hin dande’u.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 14
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.