Mammaassa Hoolee Baddee
1 Gaafa tokko worri qaraxa guuruu fi cubbaaleyyiin dubbii Yesuusii dhage’iisaaf gara isaa dhufane. 2 Fariisaayotaa fi barsiisoti Seeraa ammoo, «Namichi kun cubbaaleyyii hin fudhata, isaan wolille’een nyaata» jedhanee itti gungumane.15:2 Luq. 5:29-30