Mammaassa Maallaqa Badee
8 Yesuus itti aansee, «Dubartiin saantii maallaqaa kudhan15:8Saantii maallaqaa kudhan: Saantiin maallaqaa yookiin meeti’ii takkaan, hojjataa tokkoof mindaa guyyaa tokkoo ti qaddu takka kudhan san keessaa takkaan yoo badde, ifa issitee, mana ifii hartee haga dhaggitutti miidhassitee hin barbaaddii motii?